BARATTOOTA SAGANTAA DIGIRII BARNOOTA XUMURTANII YEROO ADDA ADDAATTI QORMAATA BA’IINSAA BIYOOLEESSAA (NATIONAL EXIT EXAM) FUDHACHAA TURTANII HIN MILKAA’IIN JIRTAN HUNDAAF
Author: admin
BEEKSISA YEROO DHUMAAF
EEBBIFFAMTOOTA KOLLEEJJII GILOOBAALII SAGANTAA DIGIRIIFI TVET BARA 2011-2018TTI EEBBIFFAMTAN HUNDAAF
Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Giloobaal
Baga Gammaddan! Baga Gammannee! Kolleejjiin Giloobaal yeroo ammaa kana Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Giloobaal hundeessuun hojii eegaleera. Waldichi tajaajila qusannoo fi liqii ammayyaa, saffisaa, amanamaa fi seeraan deeggarame hawaasaaf kennuuf hojii jalqabeera. Mul’ata Waldichaa Bara 2020tti hawaasa keessatti Read More …
BEEKSISA / Top Urgent /
Kolleejjii Giloobaal COC Center: Sagantaa Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa
Ethiopian coders initiative Awareness for Global College Students and Staff
🚀 A Big Opportunity for Global College Students & Staff!Are you ready to code your future? Global College proudly invites YOU to join the nationwide “5 Million Ethio Coder” movement a bold initiative aiming to empower 5 million Ethiopian youth Read More …
Bu’aa qofaan hojjechuun biyya miidha jedhan.Hagayya 20/2017 E. m) Dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee tajaajilaa jiran irra deebiin galmeessuun waltajjii marii waltajjii marii taa’amerratti, Proofeesar Birhaanuu Naggaa, Ministeerri barnootaa bu’aa qofaan walitti hidhuun biyya miidhu ta’uu ibsan.
Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf mootummaan waggoottan darban xiyyeeffannoo kennee hojjechaa jiraachuun isaa ni beekama. Haaluma kanaan, Yeroo amma kana Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii Dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa tajaajilaa jiran irra deebiin galmeessuun madaaluuf qophiin godhama jira. Dhaabbileen barnootaa olaanoo guddina Read More …
Baga Jalbultii Guyyaa Eebbaa kan Marsaa 7ffaa guyyaa borii sirna ho’aadhaan kabajuuf deemnuun isin gahe!
Baga Gammaddan, Baga gammannee! Kolleejjii Giloobaal! Baga Jalbultii Guyyaa Eebbaa kan Marsaa 7ffaa guyyaa borii sirna ho’aadhaan kabajuuf deemnuun isin gahe! Guyyaa Sirna Ebbaa guddaa kanaaf sa’aatii 16 qofatu hafee jira! Eebbi kun, Adoolessa 19, 2017 galma guddaa Yuunivaarsiitii Amboo Read More …
Kolleejjii Gloobaalii Amboo fi Ispoortii!
Kolleejjii Gloobaalii Amboo fi Ispoortii! Dhaadannoo Ispoortii Keenya Yeroo Hundaa – Ispoortiin Hariiroo Hawaasummaa Jabeessa, Tokkummaa fi Jaalala Dagaagsa! Kolleejjiin Gloobaalii Amboo, ispoortii sadarkaa guutuu qaamaa fi sammuu guddisuu irratti hirmaannaa cimaa fi deeggarsa cimaa taasisaa jiraachuun isaa beekamaadha. Kallattii Read More …

