
Baga Gammaddan, Baga gammannee!
Kolleejjii Giloobaal!
Baga Jalbultii Guyyaa Eebbaa kan Marsaa 7ffaa guyyaa borii sirna ho’aadhaan kabajuuf deemnuun isin gahe! Guyyaa Sirna Ebbaa guddaa kanaaf sa’aatii 16 qofatu hafee jira! Eebbi kun, Adoolessa 19, 2017 galma guddaa Yuunivaarsiitii Amboo keessatti geggeeffamuuf jira.Kolleejjiin Giloobaalii fi Eebbiifamtootni akkasumaas maatiiwwaan eebbiifamtootaa gammachuu fi hawwii guddaan guutameera! Sirni Eebbaa kun, dinqisiifannaa, kutannoo, obsa, fi milkaa’ina eebbifamtootaa fi hawaasa kolleejjii maraa kabajuu fi yaadachuudhaaf yeroo isa olaanaa dha.
Kabbaja addaa garee keenya hojii cimaa hojjataa jiruuf! Kabaja addaa qabnaaf:
- Eebbifamtoota keenyaa– Ofitti-amanamuummaadhaan gara yeroo abdachiisaa fi milkaa’inaa fuulduraatti tarkaanfachaa jiran.
- Barsiisota fi hojjettoota keenyaa – kutannoo fi cimina isaan taasisanin deeggarsa cimaa godhanii deemsa kana milkeessan;
- Maatii fi hiriyoota – karaa hunda keessatti cinaa keenya dhaabbatan hundaaf;
Baga Geessan!
Kolleejjii Gobaalaa keessan
Congratulations! We rejoice together!
Warm Congratulations to Global College & its 2017 E.C Graduates on their Eve of the 7th Round Graduation Ceremony! With just 16 hours to go until the grand celebration at Ambo University Main Hall on July 26, 2025, the excitement is truly in the air! This remarkable occasion honors the dedication, resilience, and success of the graduates and the entire college community. A special toast to:
- Our graduates – boldly stepping into a bright future;
- The faculty and staff – whose unwavering commitment made this journey possible;
- The families and friends – who supported every step of the way,
Here’s to a memorable graduation ceremony and a future filled with continued excellence, innovation, and meaningful impact. Congratulations once again!
The countdown is on!
Your Global College










