Sister Campany

  1. Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Giloobaalii:

Dhaabbanni kun, hojjettoota Kolleejjii Giloobaalii fi miseensota hawaasaa biroo hirmaachisee, tajaajila qusannoo fi liqii saffisaa fi amanamaa kennuuf kan hundeeffameedha.

Kaayyoo ijoo Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Giloobaalii:

  1. Hawaasni keenya miseensa waldaa kanaa ta’u  carraa qusannoo fi liqii ittiin fayyadamuu akka argatu;
  2. Rakkoowwaan Hawaasni keenya dhuunfaan hojjetanii hiikkaachuu hin dandeenye gamtaan hiikuuf;
  3. Rakkoolee diinagdee fi hawaasuummaa waltumsuun ittiisuu fi dandammaachuuf;
  4. Hojii-qabeessummaa fi misooma dinagdee dhuunfaa fi garee guddisuuf.
  5. Fayiidaan dhaabbaticha irraa argattan:
  6. Tajaajila qusannoo (Saving) amansiisaa fi fayyadamoo;
  7. Liqii saffisaa fi bu’aa qabeessa;
  8. Bu’aa (Dividend)  ni argattu akkasumas Dhala (Interest) ni argattu;
  9. Carraa misooma dhuunfaa fi waliigalaa;
  10.  Hojii gamtaa hunda keessatti hirmaannaa qulqullinaa fi wal-qixxummaa;
  11. Maalif Waldaa keenya Filatta?
  12. Hojii gamtaa seeraa fi heera qabatamaa irratti hundaa’e.
  13. Miseensotaaf amanamummaa fi nageenya maallaqaa.
  14. Carraa misooma dinagdee fi nageenya maatii.
  15. Hirmaannaa bu’aa waliin!
  16. Kottaa  miseensa ta’aa, misooma waliin haa gonfannu!

Waldaa keenya kan adda taasisu miseensota keenyaaf tajaajila qusannoo fi liqii saffisaa fi amanamaa kennuu keenya!

OdeeffannooDabalataatiif:

Lakk.Bilb+251-911- 12 – 79 – 16 / +251-911- 30 – 71 – 11           E-mail: globe@globalcollege.edu.et

 Tessoon Keenya: Lakkoofsi 1ffaan Hospitaala AmbooFuula Dura

                         Lakkoofsi 2ffaan Daandii Walisoo  Siidaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa Fuula Dura

2.  Dhaabbata Oomisha Mukaa fi Bu’aalee Mukaa / GC Wood and Wood Products Manufacturing PLC

Qulqullina itti amantaniif Gatii salphaan kan argattaan!

  • Oomishaalee Keenya:

1. Meeshaalee Biiroo fi Mana Barumsaa (Deeskii, teessoo, battoo kitaaboolee (bookshelves), teessoo meeshaalee (cabinets) fi gabatee marii (conference tables).

2. Meeshaalee Mana Jireenyaa (Sirreewwaan Ciisiichaa, soofaa, gabatee nyaataa, Quumsaaxiinii, Biiffee fi kkf.)

3. Balbalaa fi Foddaawwaan (mukarraa ykn Sibiila irraa bifa ammayyaa fi aadaatiin)

4. Fireemoota addaa addaa  Manaa Keessaa (Fireemoota suuraa, paaneela daaraa, kutaa qoqqooddii)

5. Hojii Muka Addaa (meeshaalee fedhii keetiin qopha’an fi fala tumsa suphaa)

  • Maaliif Nu Filattuu?
  •  Qulqullina Ol’aanaa;
  •  Kalaqa fi Hojii Ammayyaa;
  • Turtii, jabeenya meeshaalee fi Amanamummaa keenya;
  • Gatii salphaa fi Madaalawaa;
  • Maamiltootaaf Tajaajila si’ataa fi gabaja guddaa qabaachuu keenya.
  • Mana keessaaniifis haa ta’u, Biiroo yookiin Mana Barumsaa keessaaniif – Nuti Michuu Amanamaa Keessan!

Har’a nu Qunnamaa  – Meeshaalee Qulqullina ol-aanaa qaban Gatii Salphaa Waliin Muuxadhaa!

OdeeffannooDabalataatiif:

  Lakk.Bilb:+251-911- 30- 71 – 11  / +251-914-62-81-29     E-mail: globe@globalcollege.edu.et

 Tessoon Keenya: Lakkoofsi 1ffaan Hospitaala AmbooFuula Dura

                         Lakkoofsi 2ffaan Daandii Walisoo  Siidaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa Fuula Dura