
Author: admin
Kolleejjiin Giloobal Dorgommiin mo’aa mo’atoota kubbaa Saaphana Oromiyaa 1ffaan magaala Adaama Isteediyeemi Abbabe Biqilaa irratti gaggeefamaa jiru irraatti hirmaachaa jira.

Dorgommiin mo’aa mo’atoota kubbaa Saaphana oromiyaa 1ffaan magaala Adaama Isteediyeemi Abbabe irratti gaggeefamaa jira.====//======Dorgommii kana irratti gareen Godinaalee, Magaalota fi dhaabbilee irraa walitti dhufan hirmaachu irratti argamu. Dorgomicha kan jaqabsiisan itti gaafatamtu federeeshinii kubbaa saaphanaa oromiyaa adde loomi Addunyaa haasawa Read More …
Beeksiisa Ariifachiisaa Kolleejjii Giloobal Irraa Barattoota Bara Barnootaa 2014 A.L.H, Qormaata Seensa Fudhattanii Qabxii Yuuniivarsiitii Seensisu hin galmeessiin Hafaniif Carraa kanatti akka fayyadamtaaniif waamicha yeroo siif goonuu gammachuu Guddaan waliin, Akkaasumaas Baga Gammadan, Baga Gammane Isiniin jennaa.
Training on the Automation of Student Information System has been given to Staffs of the Global College

Global College Ambo has signed contractual agreement with IT&T Solutions PLC on 3rd October, 2022 for commissioning of highly robust end-to-end automated student information system that will fully transform the existing manual student information management to a full scale automated Read More …
Kolleejjiin Giloobaal Ummaata Booranaa Hongeen Miidhamaa Jiraniif Qarshii Kuma Shantama (50,000) Deeggarsa Godheef
Kolleejjii Giloobaalii fi Garee Kubbaa Miillaa Hacaaluu Hundeessaa Amboo

Kolleejjii Giloobaalii fi Garee Kubbaa Miillaa Hacaaluu Hundeessaa Amboo Gumaacha Hirmaannaa Kolleejjiin Giloobaal Ispoortii Keessaatti Qabu: Kanaaf guyyaa har’aa immoo taphattoota Garee Kubbaa Miillaa Hacaaluu Hundeessaa Amboo kan graee kubbaa miillaa fayyaa Finfinnee keessaatti dorgomaa jiraniif ispoonsara hidhannoo ispoortii guutuu Read More …
Peachtree Training Program for Staff of the College
Research published by Global College

All Global College deserves congratulations, Temesgen Senbeto Wolde, the author of the study “Assessment of Educational Services Provided for Prisoners in Rehabilitation Centers by Global College, Ambo Campus,” was published by Global College. Abstract Prison education interchangeably used with correctional Read More …
A Capacity Building Training Program for Academic staff on Pedagogy Organized by Global College
A Capacity Building Training Program for Academic staff on Pedagogy Organized by Global College on December 12/12/2022 Objective of the Training: –
Training Program for academic and Administrative staff of the Global College
A training Program organized on the title of ‘’Customers Handling and Change Management ’’ for academic and Administrative staff of the College from November 30/11/2022 – 02/12/2022. AIMS OF THE TRAINING: