CONGRATULATIONS! As obvious, the regional clubs championship organized by the Ethiopian Volleyball Federation started on 26/9/2016 E. C at the small stadium. The competition continues today (27/09/2016 E.C) between Global College Ambo and Meqdela. The game was very enjoyable and Read More …
Author: admin
Qabxii Bu’aa Qormaata Ba’insaa (Exit Exam Result)
Kolleejjin Giloobaal Deeggarsa Hidhannoo Ispoortii Qarshii Kuma Dhibba Sadiifi Kuma Soddoman Bitee Aanolee 17 fi Bulchiinsa Magaalaa Amboof Gumaacha Taasise!

================================================================ Akkuma beekamu Kolleejjiin Giloobaal Amboo,yeroo hunda hojii barnootaa qulqullina qabu dhaloota biraan ga’uun cinatti hojiiwwan qorannoo fi kenna tajaajila hawaasaa keessatti adda durummaadhaan kan hirmaataa tureefii ammas ciccoomina cimaan hirmaachaa jiruudha. Kunoo guyyaa har’as (Sadaasa 29, 2016) galma Hoteela Read More …
Baga Gammaddan Gareen Kubbaa Miillaa Haachaaluu Hundeessaafi Jaallattootni isa! Baga Gammanne Giloobaal Koolleejji!

Akkuma beekamu Kolleejjiin Giiloobaal Amboo, garee kubbaa miillaa Hacaaluu Hundeessaatiif waggaa waggaan Ispoonsara ta’uun maaliiyaa,T-Shartii, Kubbaa akkasumas, waldorgommii gareewwan Fayyaa Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Ambootti geeggeeffame irratti wantoota kanneen akka nyaataa, dhugaatiifi wantoota barbaachisan mara ispoonsara gochuun cinaisaanii dhaabbateera. Haalumakanaan, Read More …
Work Orientation For Academic Staff (Teaching Staff) of Global College

To day, We had very nice discussion with course instructors assigned for the first Semester of 2016 A.Y. The points of discussions were:1.The role of instructors in enhancing & assuring quality of education. 2. Identifying areas of Strengths and Weaknesses Read More …