{"id":1507,"date":"2025-10-09T13:59:29","date_gmt":"2025-10-09T13:59:29","guid":{"rendered":"https:\/\/www.globalcollege.edu.et\/?page_id=1507"},"modified":"2025-10-09T14:04:18","modified_gmt":"2025-10-09T14:04:18","slug":"sister-campany","status":"publish","type":"page","link":"https:\/\/www.globalcollege.edu.et\/?page_id=1507","title":{"rendered":"Sister Campany"},"content":{"rendered":"\n<ol>\n<li><strong>Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Giloobaalii:<\/strong><\/li>\n<\/ol>\n\n\n\n<p>Dhaabbanni kun, hojjettoota Kolleejjii Giloobaalii fi miseensota hawaasaa biroo hirmaachisee, tajaajila qusannoo fi liqii saffisaa fi amanamaa kennuuf kan hundeeffameedha.<\/p>\n\n\n\n<p><strong>Kaayyoo ijoo Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Giloobaalii:<\/strong><\/p>\n\n\n\n<ol>\n<li>Hawaasni keenya miseensa waldaa kanaa ta\u2019u&nbsp; carraa qusannoo fi liqii ittiin fayyadamuu akka argatu;<\/li>\n\n\n\n<li>Rakkoowwaan Hawaasni keenya dhuunfaan hojjetanii hiikkaachuu hin dandeenye gamtaan hiikuuf;<\/li>\n\n\n\n<li>Rakkoolee diinagdee fi hawaasuummaa waltumsuun ittiisuu fi dandammaachuuf;<\/li>\n\n\n\n<li>Hojii-qabeessummaa fi misooma dinagdee dhuunfaa fi garee guddisuuf.<\/li>\n\n\n\n<li><strong>Fayiidaan dhaabbaticha irraa argattan:<\/strong><\/li>\n\n\n\n<li>Tajaajila qusannoo (Saving) amansiisaa fi fayyadamoo;<\/li>\n\n\n\n<li>Liqii saffisaa fi bu\u2019aa qabeessa;<\/li>\n\n\n\n<li>Bu\u2019aa (Dividend)&nbsp; ni argattu akkasumas Dhala (Interest) ni argattu;<\/li>\n\n\n\n<li>Carraa misooma dhuunfaa fi waliigalaa;<\/li>\n\n\n\n<li>&nbsp;Hojii gamtaa hunda keessatti hirmaannaa qulqullinaa fi wal-qixxummaa;<\/li>\n\n\n\n<li><strong>Maalif Waldaa keenya Filatta?<\/strong><\/li>\n\n\n\n<li>Hojii gamtaa seeraa fi heera qabatamaa irratti hundaa\u2019e.<\/li>\n\n\n\n<li>Miseensotaaf amanamummaa fi nageenya maallaqaa.<\/li>\n\n\n\n<li>Carraa misooma dinagdee fi nageenya maatii.<\/li>\n\n\n\n<li>Hirmaannaa bu\u2019aa waliin!<\/li>\n\n\n\n<li><strong>Kottaa&nbsp; miseensa ta\u2019aa, misooma waliin haa gonfannu!<\/strong><\/li>\n<\/ol>\n\n\n\n<p>Waldaa keenya kan adda taasisu miseensota keenyaaf tajaajila qusannoo fi liqii saffisaa fi amanamaa kennuu keenya!<\/p>\n\n\n\n<p><strong><u>OdeeffannooDabalataatiif:<\/u><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p><strong><em><u>Lakk.Bilb<\/u><\/em><\/strong><strong><em>+251-911- 12 &#8211; 79 &#8211; 16 \/ +251-911- 30 &#8211; 71 \u2013 11&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; <\/em><\/strong><strong><em>E-mail: <\/em><\/strong><a href=\"mailto:globe@globalcollege.edu.et\">globe@globalcollege.edu.et<\/a><strong><em><\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>&nbsp;<u>Tessoon Keenya<\/u>: Lakkoofsi 1ffaan Hospitaala AmbooFuula Dura<\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Lakkoofsi 2ffaan Daandii Walisoo&nbsp; Siidaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa Fuula Dura<\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p><\/p>\n\n\n\n<p><\/p>\n\n\n\n<p>2. <strong>\u00a0<\/strong><strong>Dhaabbata Oomisha Mukaa fi Bu\u2019aalee Mukaa \/ GC Wood and Wood Products Manufacturing PLC<\/strong><\/p>\n\n\n\n<p>Qulqullina itti amantaniif Gatii salphaan kan argattaan!<\/p>\n\n\n\n<ul>\n<li><strong>Oomishaalee Keenya:<\/strong><\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<p><strong>1<\/strong>. Meeshaalee Biiroo fi Mana Barumsaa (Deeskii, teessoo, battoo kitaaboolee (bookshelves), teessoo meeshaalee (cabinets) fi gabatee marii (conference tables).<\/p>\n\n\n\n<p><strong>2.<\/strong> Meeshaalee Mana Jireenyaa (Sirreewwaan Ciisiichaa, soofaa, gabatee nyaataa, Quumsaaxiinii, Biiffee fi kkf.)<\/p>\n\n\n\n<p><strong>3.<\/strong> Balbalaa fi Foddaawwaan (mukarraa ykn Sibiila irraa bifa ammayyaa fi aadaatiin)<\/p>\n\n\n\n<p><strong>4<\/strong>. Fireemoota addaa addaa&nbsp; Manaa Keessaa (Fireemoota suuraa, paaneela daaraa, kutaa qoqqooddii)<\/p>\n\n\n\n<p><strong>5<\/strong>. Hojii Muka Addaa (meeshaalee fedhii keetiin qopha\u2019an fi fala tumsa suphaa)<\/p>\n\n\n\n<ul>\n<li><strong>Maaliif Nu Filattuu?<\/strong><\/li>\n\n\n\n<li>&nbsp;Qulqullina Ol\u2019aanaa;<\/li>\n\n\n\n<li>&nbsp;Kalaqa fi Hojii Ammayyaa;<\/li>\n\n\n\n<li>Turtii, jabeenya meeshaalee fi Amanamummaa keenya;<\/li>\n\n\n\n<li>Gatii salphaa fi Madaalawaa;<\/li>\n\n\n\n<li>Maamiltootaaf Tajaajila si\u2019ataa fi gabaja guddaa qabaachuu keenya.<\/li>\n\n\n\n<li><strong>Mana keessaaniifis haa ta\u2019u, Biiroo yookiin Mana Barumsaa keessaaniif \u2013 Nuti Michuu Amanamaa Keessan!<\/strong><\/li>\n<\/ul>\n\n\n\n<p>Har\u2019a nu Qunnamaa&nbsp; \u2013 Meeshaalee Qulqullina ol-aanaa qaban Gatii Salphaa Waliin Muuxadhaa!<\/p>\n\n\n\n<p><strong><u>OdeeffannooDabalataatiif:<\/u><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>&nbsp; <u>Lakk.Bilb<\/u>:+251-911- 30- 71 &#8211; 11&nbsp; \/ <\/em><\/strong><strong>+251-914-62-81-29&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; <em>E-mail: <\/em><\/strong><a href=\"mailto:globe@globalcollege.edu.et\">globe@globalcollege.edu.et<\/a><strong><em><\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>&nbsp;<u>Tessoon Keenya<\/u>: Lakkoofsi 1ffaan Hospitaala AmbooFuula Dura<\/em><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p><strong><em>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Lakkoofsi 2ffaan Daandii Walisoo&nbsp; Siidaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa Fuula Dura<\/em><\/strong><\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Dhaabbanni kun, hojjettoota Kolleejjii Giloobaalii fi miseensota hawaasaa biroo hirmaachisee, tajaajila qusannoo fi liqii saffisaa fi amanamaa kennuuf kan hundeeffameedha. Kaayyoo ijoo Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Giloobaalii: Waldaa keenya kan adda taasisu miseensota keenyaaf tajaajila qusannoo fi liqii <a href=\"https:\/\/www.globalcollege.edu.et\/?page_id=1507\" class=\"read-more\">Read More &#8230;<\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"parent":0,"menu_order":0,"comment_status":"closed","ping_status":"closed","template":"","meta":{"footnotes":""},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.globalcollege.edu.et\/index.php?rest_route=\/wp\/v2\/pages\/1507"}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.globalcollege.edu.et\/index.php?rest_route=\/wp\/v2\/pages"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.globalcollege.edu.et\/index.php?rest_route=\/wp\/v2\/types\/page"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.globalcollege.edu.et\/index.php?rest_route=\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.globalcollege.edu.et\/index.php?rest_route=%2Fwp%2Fv2%2Fcomments&post=1507"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/www.globalcollege.edu.et\/index.php?rest_route=\/wp\/v2\/pages\/1507\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":1510,"href":"https:\/\/www.globalcollege.edu.et\/index.php?rest_route=\/wp\/v2\/pages\/1507\/revisions\/1510"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.globalcollege.edu.et\/index.php?rest_route=%2Fwp%2Fv2%2Fmedia&parent=1507"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}